Chapter 22: Oromo History (Part 2) & Proverbs

Seenaa Oromoo & Makmaaksa

ODAA (Poem)

Chaayaa Oromootaa, teessoo kora guddaa
Kan abbootii keennyaa, gaafa sirna Gadaa
Si jalatti dhiijme, seenaa keennya hundaa
Jabeesi nuun eegi, galma keenya Odaa.

Tokkolleen hinbadin, seenaan keennya duri
Kan Madda Walaabuu, kan Laga Mormori
Heeri Odaa Nabee, kan hinqabne thuri
Gurguruuf jijjiiruu, hindandeesu bari.

Haasawa Oromootaa, balace, tokkummaa
Bakka murtii heeraa, seera wal qitthummaa
Hundee jiruu keennyaa, gaaddisa namummaa
ika warraaqaa, galiin bilisummaa.

Hammam fagganullee, hammam sirraa turruu
Atuu hinjijjiiramtuu, nutiis sinjijjiiruu
Jiruu lubbuu teennyaa, ie'ne singurgurru
Nu eegaaJaccuuf taa'a, seenaan guyyaa boruu.

Makmaaksa Oromoo (Oromo Proverbs)

Afaan OromoEnglish Meaning
Dhadhaan garaa saree hinbulu.This is used to describe a person who cannot keep secrets.
Ollaan bulte beeka, akkatti bule abbaatuu beeka.No one knows the difficulties of a person better than the person concerned.
Diddu diddiimatti, sagalin akaaye.This is applied by a person who gives lame excuses for his failures.
Haqni alaan qaban Junnyaaniin thitthiitha.It is difficult to hide the truth for long time.