Chapter 18: Choosing a Profession
Hojii Filachuu
Conversation Practice
Afaan Oromo | English |
---|---|
Eega oraate miti ammumaan hojii qooqaa tokko filaddhu. | It's not too late, choose a good job now. |
Hojii filaccuuf gaafii takka-takka deebisuu barbaaccisa. | To choose a job, it is necessary to answer some questions. |
Obsa dhabni waan gatii qabdu argachuuf namatti hindhiisu. | Impatience does not allow one to get something valuable. |
Nyaata dhabni yeroo namaaf hinkennu. | Lack of food gives a person no time. |
Hojii dhabni rakkoo hawaasaa uuma. | Unemployment creates social problems. |
Marii dhabni nama balleessa. | Lack of discussion ruins a person. |
Hirriba dhabni fayyaaf gaarii miti. | Lack of sleep is not good for health. |
Tokkummaa dhabni diina gammachiisa. | Lack of unity makes the enemy happy. |
Grammar Focus: Verbs
Intensive & Frequentative Verbs
These are formed by reduplicating the initial syllable of the verb stem. They show that an action is done intensively or repeatedly.
Intensive:
bareechuu
(beautify) →babbareechuu
(make more beautiful)fageessuu
(make far) →faffageessuu
(make much more spacious)
Frequentative:
deebi'uu
(return) →deddeebi'uu
(go back and forth)dubbaddhu
(speak) →duddubbaddhu
(speak again and again)
Periphrastic Negation
This is constructed by using negative verbs which require additional verbs. The negative verbs include:
dhaabachuu, dhaddhabuu, dhiisuu, diduu, hafuu, hanqachuu, lakkisuu, ooluu, baachuu, ijjibaachuu
Example: Inni deemuu dhaabate.
(He stopped going.)
Example: Inni deemuu dide.
(He refused to go.)
Professions Vocabulary
Afaan Oromo | English |
---|---|
Warri Liban horii tissituu. | The Liban family are cattle herders. |
Warri Roobaa qottuu. | The Roobaa family are farmers. |
Waareen ayyaantuu beekamaa. | Waaree is a famous traditional spiritual leader. |
Warri Bikkoo gaaltuu. | The Bikkoo family are camel herders. |
Guyyoon duultuu beekamaa. | Guyyoo is a famous warrior. |
Inni falfaltuu. | He is a fortune-teller. |
Makkoon sirbituu. | Makkoo is a singer. |
Wadaay tabattuu kubbaa miillaati. | Wadaay is a football player. |