Chapter 8: Nouns and Pronouns

Boqonnaa 8: Maqaalee fi Maqaa Bakka Bu'oota

Singular and Plural Nouns

Maqaalee Kallattamaa fi Danuummee

Nouns can be singular (one) or plural (more than one). Most plural nouns are formed by adding -s. / Maqaaleen kallattama (tokko) ykn danuummee (tokkoo ol) ta'uu danda'u. Maqaaleen danuummee baay'een -s dabaluun uumamu.

Singular: one book, one car, one house

Plural: two books, many cars, three houses

Some nouns have irregular plural forms (e.g., man → men, child → children, person → people). / Maqaaleen tokko tokko boca danuummee idilee hin taane qabu (fkn, man → men, child → children, person → people).

Possessive Nouns

Maqaalee Abbummaa Agarsiisan

To show possession (that something belongs to someone), we usually add an apostrophe (') + s. / Abbummaa agarsiisuuf (wanti tokko kan eenyuu akka ta'e ibsuuf), yeroo baayyee apostrophe (') + s daballa.

(a) This is Hana's book. (The book belongs to Hana.)

(b) The student's desk is new. (The desk of the student.)

For plural nouns ending in -s, just add an apostrophe after the s. / Maqaalee danuummee -s irratti xumuramanuuf, s booda apostrophe qofa dabali. e.g., The students' books.

Pronouns (Bamaqaa)

A pronoun replaces a noun. In Oromo, pronouns are classified into several types including personal, possessive, demonstrative, interrogative, and reflexive pronouns.

Like English, Oromo personal pronouns refer to a specific person and change form to indicate person, number, and gender. They can also be identified as subjective (acting as the subject) and objective (acting as an object).

EnglishOromo (Independent)Oromo (Possessive Adjective)Oromo (Possessive Pronoun)
Ianakoo, kiyya (m), too/tiyya (f)kankoo, kankooti (mine)
you (s)ati, sihi, siikee (m), tee (f)kankee (yours)
heisaisaakan isaa, kansaa (his)
sheishee, isii, ishiiisii, ishee, ishiikan isii, kan ishee, tan isii (hers)
wenuti, nuhi, nu’, nuykeenya (m), teenya (f)kan keenya, keenya (ours)
you (pl)isinkeessan (m), teessan (f)kan keessan (yours)
theyisaaniiisaaniikan isaanii, kansaanii (theirs)

Examples of Personal Pronouns

Afaan OromoEnglish
Inni horii narraa liqeeyfate.He borrowed the money from me.
Inni horii sirraa fudhate.He took the money from you.
Nuti mana isaarraa dhufne.We came from his house.
Isiin hojii isiirraa amma dhufte.She came from her work right now.
Isaan nurraa horii liqeeyfatan.They borrowed the money from us.
Isiin horii isinirraa fudhatte.She took the money from you.
Nuti oduu isaanirraa dhageenye.We heard the news from them.
Isaan mana nurraa bitan.They bought the house from us.
Nuti mana keenya isinirraa binne.We bought our house from you.
Isiin horii sirraa hatte.She stole the money from him.
Isiin dhaamsa isarraa arkatte.She got the message from him.
Inni dhaamsa anarraa arkate.He got the message from me.
Isiin mana isiirraa dhufte.She came from her house.
Inni mana isaarraa dhufe.He came from his house.
Inni mana kiyyarraa dhufe.He came from my house.
Isiin dhaamsa isarraa eeggati.She is expecting a message from him.
Nuti mana keenyarraa dhufne.We came from our house.
Isaan horii anarraa eeggatan.They expect money from me
Inni mana isaarraa amma dhufe.He came from his house right now.